Oromo

MiR hawaasa qunnamtii maatii fi ijoollee hundaati.  Dandeettii fi hirmaannaa namootaa cimsuufi gorsa adda addaa ni kennina. Mir walgahii hawaasaa fi ofiisaa adda addaa irratti hirmaatee dhimmoota afaan, aadaa fi dandeettii fi gaumsa namootaa beksisuusdha. Mul’anni MiR warra, ijoollee, dargaggootaa fi hawaasa waliigalaa gidduutti riqicha ijaaruudha. Kaayyoon keenya jireenya aadaa ummataa, wal-hubannoo fi hirmaannaa walqixaa qaamota hundaaf badhaadhessuu dha. MiR dhaabbata miti mootummaa ilaalcha siyaasaa irraa walaba ta’eedha.
 
MiR Noorweey keessatti bakka hedduutti waajjira qaba. Waajjirri muummee keenya Torggata 31, Oslo keessatti argama.
Hojii keenya deeggaruun tajaajila keenya irratti hirmaachuuf bilisaan nu qunnamaa!''

 


Permalenke til denne artikkelen: https://www.mirnett.org/wp/oromo/